audio
audioduration (s) 1.63
16
| text
stringlengths 14
211
| text_expanded
stringlengths 14
211
|
|---|---|---|
Qabbanni uumamu kun naannolee jal'isiitti kuduraafi muduraa akkasumas horii irratti miidhaa akka qabu ibseera.

Museen achumaan mooticha biraa gad ba'ee Waaqayyoon in kadhate;

mootummoota biyya lafaa irra jiran hundumaafis wanta jibbisiisaa in taatu.

Guyyaa har'aas barattoonni hedduun barnoota isaanitti deebi'uu ministir deettichi beeksisaniiru.

Konkolaachistoonni aritii heeyamame ol koonkolaachiisuu irraa of quusachuu akka qaban dhaamani jiru.

Yaadni gocha ta'uuf humna barbaada.
|
Yaadni gocha ta'uuf humna barbaada.
|
|
Oollummaa du'aati.
|
Oollummaa du'aati.
|
|
Kana irra darbee immoo ti.
|
Kana irra darbee immoo ti.
|
|
Namoonii du'a gidduu hulluuqaa dhaadannoo kan dhageessisanif bilisummaan isaan dirqisiiseetu.

Yeroo ammaa kana ilaalchi hiree dhala namaa uumamaaf kennu kunii fi dhalli namaa carraaqii mataa isaatiin hiree isaa akka hin murteeffane taassisu mo'amaa dhufeera.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad aanaa addaa Koontaatti ijaarsa Hoospitaala Koontaaf dhagaa bu'uuraa kaa'aniiru.

Miidhaan dhaqqabe TV Itiyoopiyaa irratti kan himameen ala ragaa mirkanaa'aa kan hin qabaannee fi angawoonni poolisii

akka birmaduutti gad isa dhiisuun jabaa sitti hin fakkaatin! Waaqayyo gooftaan kees wanta ati gootu hundumaatti si eebbisa.

Ministirin Fayyaa Jarmaan Jeens Ispaak Itiyoophiyaa daawwachaa jiru.

Du'aatii haadholii da'umsarratti mudatu hir'isuun danda'amus kanaa ol bu'aa gaarii galmeessisuuf tumsi barbaachisaadha jedhame.

obbo Zanxiraar Abayii fi hoggantoonni biroon argamaniru.

Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa fi kan biyyoolessaa kan kutaa 10ffaa ni hafaan kan haasa'amu dhara ta'uu minister deetichi ibsaniiru.

bal'inni isaa dhundhuma afur ture; innis amma iyyuu Raabaa mandara biyya warra Amoon keessa jira.

Balichi har'a gara barii naannoo sa'aa 11:30 hoteela abbaa urjii 3 Ooreenj Riivar irratti kan qaqqabedha.

dhaabbileen barnoota ol-aanaa ogeessota fayyaa gahumsa gahaa qaban waan hin dhiheessineef ta'uu danda'a.

5G interneetii dhaloota 5ffaa daataa fee'uu fi buusuuf baay'ee ariifataa ta'eedha.

Bakkeewwan hojichi itti laafan jedhamuun adda ba'an irrattiis xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta'uu dubbataniiru.

Namni dhuunfaan kun kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 7 iddoo addaa buufata konkolaataa jedhamuun beekkamutti eeruu ummatarraa argameen too'annoo jala ooluu ibsameera.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy hojiin haaromsaa akka saffisu preezdaantiin Faransaay Eemaanu'eel Maakroon tumsa taasisaniif galateeffataniiru.

Hojichi sartafikeetota foorjidii hambisuun ala tajaajila laatamus si'ataa taassisa.

Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.