Dataset Viewer
audio
audioduration (s) 0.38
349
| text
stringlengths 16
221
| speaker
stringclasses 130
values | split
stringclasses 1
value |
|---|---|---|---|
ani akka kaleessaa birmadummaa hin qabu
|
SPKR279
|
train
|
|
ta'uu baannaan jireenya gadadoo jiraatu
|
SPKR279
|
train
|
|
galma kaayyachuun bu'uura galma gahuuti
|
SPKR279
|
train
|
|
kanas yoo beekumsa fayyadame jechuu kooti
|
SPKR279
|
train
|
|
waajjira yoon dhaqes dhukkubbii malee hojiis akkan hin hojjenne nan hubadhe
|
SPKR279
|
train
|
|
qabsoo oromoofis fira yeroo dheeraati
|
SPKR279
|
train
|
|
kan si leenjisuu san atuu beekta
|
SPKR279
|
train
|
|
hoo'ifataa ture jedhu maanguddoonni seenaa himan
|
SPKR279
|
train
|
|
ba'anii walwaraanaa jiranis ni fakkaatu
|
SPKR279
|
train
|
|
gorsi ogeeyyiis akka gargaaru himti
|
SPKR279
|
train
|
|
kubbaan galma ishee gahuuf humna keessaafi alaa fayyadamti
|
SPKR279
|
train
|
|
egaa margaan asitti dhalate guddate
|
SPKR279
|
train
|
|
obseenis dhuftee nu ilaaluuf karaa jalqabdeetti
|
SPKR279
|
train
|
|
waaqni isra'el yaahiqobiin jaallatee esawuu maaliifjibbe
|
SPKR279
|
train
|
|
sigigaadheen boolla fagoo sana seene jechuun ta'ii gaafasii yaadata
|
SPKR279
|
train
|
|
keessattuu ijaarsa bu'uuraalee misoomaatiif hedduu nu barbaachisu
|
SPKR279
|
train
|
|
qabeenya dhabanii boru horuun yoo sammuu qabaatan ni danda'ama
|
SPKR279
|
train
|
|
iji reeffa dhalasaatii awwalcha isaatii geggeessite
|
SPKR279
|
train
|
|
gara qaamolee keessaattis yoo gad dhufnu onnee
|
SPKR279
|
train
|
|
duduuban natti hin maltuu garaan kee naf nagaadhaa
|
SPKR279
|
train
|
|
namootuma hoogganaa naannoo sanii jedhameetu qabsiise
|
SPKR279
|
train
|
|
kan biraarraa kan addaa wanti inni beeku hin jiru
|
SPKR279
|
train
|
|
dogoggora kenniteef jedhee komate
|
SPKR279
|
train
|
|
qaamni hanna hir'isuuf hundaa'ee hattuu ta'ee argameera
|
SPKR279
|
train
|
|
fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru
|
SPKR279
|
train
|
|
garuu itti gaafatamummaasaa eenyutu fudhataa jette biqiltuun
|
SPKR279
|
train
|
|
har'a jireenya addunyaa kanaa tokko jettee eegalta
|
SPKR279
|
train
|
|
akka isheen jettutti sirni raashiyaa dulloomaa jira
|
SPKR279
|
train
|
|
kuni kutannoo agarsiisa anatti jedhan
|
SPKR279
|
train
|
|
sababa kanaaf gatii gadi bu'aan gurgurraa
|
SPKR279
|
train
|
|
akkuma namuu hubachuu danda'u dhalli namaa yoo of beeke ofirraa hin baqatu
|
SPKR279
|
train
|
|
nu faana hojjechuu qabda jedhu
|
SPKR279
|
train
|
|
haalli ummanni oromoofi qabsoon isaa yeroo ammaa keessa jirtu maal fakkaatti
|
SPKR279
|
train
|
|
waajjira aadaafi tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture
|
SPKR279
|
train
|
|
waan waa eeganis ni fakkaatu
|
SPKR279
|
train
|
|
si'achi namni barattoota kufan kana abdatuyyuu hinjiru
|
SPKR279
|
train
|
|
achiin booda ammo gara biyyoota awurooppaa biraatti babalachuutu himama
|
SPKR279
|
train
|
|
dhalli namaa garuu lubbu qabeeyyii kaan irraa wantoota hedduudhaan adda ta'ee argama
|
SPKR279
|
train
|
|
mootummaan biyya kanaa baasii isaanii hunda danda'ee barsiise
|
SPKR279
|
train
|
|
dhimmi kun namoota hundas ni ilaallata
|
SPKR279
|
train
|
|
inni garuu ana se'ee ture
|
SPKR279
|
train
|
|
irbaata lagaa ta'e obbo ashabbir
|
SPKR279
|
train
|
|
kumaatamaan lakkaa'aman ajjeefamaniiru '' jedheera
|
SPKR279
|
train
|
|
sammuun gabroome waa'ee isaa namni biroon akka mirkaneessuuf barbaada
|
SPKR279
|
train
|
|
margaan irra deddeebi'ee sa'aa ilaala
|
SPKR279
|
train
|
|
biyyi masaraadha jedheeti dadhabee kan ijaare
|
SPKR279
|
train
|
|
jaalallisheen dhiphisaa turte kana booddee maqaa koo akka hinxureessine
|
SPKR279
|
train
|
|
tokkoon akka waligalan taasise
|
SPKR279
|
train
|
|
akka dabsuu gootee balaa isa mudate kana salphiftee itti himte
|
SPKR279
|
train
|
|
daldalli alaa garuu laafaa dhufe'' jedhu obbo xilaahun
|
SPKR279
|
train
|
|
fala argamsiisinnaa' jechuun gaafatu
|
SPKR279
|
train
|
|
waa dhufuu akka danda'u ''wallaaleeti miti '' jedhu
|
SPKR279
|
train
|
|
uggura jala kan jirtu amma daangoftee jirti
|
SPKR279
|
train
|
|
galmaafi galmee mataa kee hoo kaayyattee
|
SPKR279
|
train
|
|
itti fayyadamuu fi dhiisuun mirga jechuuf malee
|
SPKR279
|
train
|
|
humni kun ammoo humna kallattii alaatti harkisuu dha
|
SPKR279
|
train
|
|
namni gara hojii deemu nyaara guuruun waan hin malle
|
SPKR279
|
train
|
|
yeroo sana akkan du'u keessikoo amaneera
|
SPKR279
|
train
|
|
bultii ijaarrachuutti seenuu shamarran oromooti
|
SPKR279
|
train
|
|
humna nageenyaa biyyattii daran cimsuuf hojiilee hojjatamuu qaban muraasa asitti akeekna
|
SPKR279
|
train
|
|
''warri mana sakattaa'aa turanii manasaa ta'uu hin beekne
|
SPKR279
|
train
|
|
garuu seerallee miti ka'een waa si gaafadha
|
SPKR279
|
train
|
|
akkamiin kaayyoo kee galmaan geessee seenaa kee galmeeffatta
|
SPKR279
|
train
|
|
biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture
|
SPKR279
|
train
|
|
namni kun humna waraanaa hin qabu
|
SPKR279
|
train
|
|
hojimaata paartii keessaa hangafti ammoo qabsoo keessooti
|
SPKR279
|
train
|
|
kanaafuu atis ilaalcha keetiin misooma naannoo keetii tumsuuf ilaalchikee ilaalamuu qaba
|
SPKR279
|
train
|
|
meeshaa olaanaatti nama gargaaruudha' jedha
|
SPKR279
|
train
|
|
marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate
|
SPKR279
|
train
|
|
beenyaa yemmuu dhageessutti baay'ee gammaddee akka malee kolfite
|
SPKR279
|
train
|
|
kun hundi ammoo yeroo gaafata
|
SPKR279
|
train
|
|
biiroo jechuun biiroo industir ii fi misooma magaalaa oromiyaa jechuudha
|
SPKR279
|
train
|
|
namootni baay'een haala kanaan bulchiinsa biyyaa keessatti hirmaatu
|
SPKR279
|
train
|
|
ittumaan karaa saaquuf malee ishee kana qofaa miti gaaffiin ijoollee kanaa
|
SPKR279
|
train
|
|
waanuma ani jechuu sodaadhe gadi roobsaa jirta jechuu hin hafu
|
SPKR279
|
train
|
|
ammas ni yaadatte hammumaan kanallee osuun du'ee hin gaabbu
|
SPKR279
|
train
|
|
waa malees akka maraataatti qofaa hin jiraannu
|
SPKR279
|
train
|
|
ni kenna bu'aa isaas ni hordofa
|
SPKR279
|
train
|
|
kanaafuu kaadhimni milkii akkam ta'uun milkaa'aa
|
SPKR279
|
train
|
|
boonsaas dubbiin kun qoma isa qabate
|
SPKR279
|
train
|
|
osoo kufaatii dheessanii warri akka hin kaanetti kufan illee danuudha
|
SPKR279
|
train
|
|
garuu yoo dhiifte ijoolleen ishee kan duraarra isheetti qabamu
|
SPKR279
|
train
|
|
eebbaaf guyyoonni afur yoo hafan ammas irra deebiin qabaman
|
SPKR279
|
train
|
|
faannoon socho'uun nageenya booressan irratti tarkaanfii fudhanna'' jedhan
|
SPKR279
|
train
|
|
kanarraan kan ka'e mana hidhaatti dabarfamee
|
SPKR279
|
train
|
|
caffee irrattuu dubbachuu dadhabne nu ukkaamsu
|
SPKR279
|
train
|
|
hayyama qaama dhimmi ilaallatuun kaffaltii malee itti fayyadamuu ni danda'a
|
SPKR279
|
train
|
|
kontiraatni isaanii yeroo gannaa dhufu kana waan xumuramuuf
|
SPKR279
|
train
|
|
hayyuun itti dabaluun faayidaa faaruu yommuu ibsitu
|
SPKR279
|
train
|
|
tarsiimoon baafames jijjiramoota sadan kana hubannoo keessa galchuudhaani
|
SPKR279
|
train
|
|
kana godhee galgala galgala mana isaatti deebi'a
|
SPKR279
|
train
|
|
bonni gaafa hammaatu biqiloonni bishaan isaanii qusachuuf hedduun baala harcaafatu
|
SPKR279
|
train
|
|
garaa hin ilaalu garaaf hin dhiita'u
|
SPKR279
|
train
|
|
garuu ammoo gara mirgaatti fagaatanii furga'uunis miidhaa qaba
|
SPKR279
|
train
|
|
yeroo inni itti barbaadutti waan dhaqeef isa simata
|
SPKR279
|
train
|
|
yeroo sanitti kana gochuuf yeroo hin arganne ture
|
SPKR279
|
train
|
|
kana jechuun immoo keessoon kubbaa afuuraan guutuu qaba
|
SPKR279
|
train
|
|
garuu ijoollee durbaa ofitti siqsanii gorsanii jajjabeessuun guddisuutu maatiirra jira jetti
|
SPKR279
|
train
|
|
wayita mariin deemaa tureetti dibbee waraanaa tumuun tolaaf hin turre
|
SPKR279
|
train
|
|
sammuun qullaa miti qaaman qullaa deema
|
SPKR279
|
train
|
End of preview. Expand
in Data Studio
README.md exists but content is empty.
- Downloads last month
- 92